Dhaqqabaa ® Namoota Baay’eef Fedhi Mana Dhugaa tasisaa jira
Sirni cancala Dhaqqabaa oomishaalee fi tajaajiloota maallaqa dadabarsuu muuxannoo muudaa hin qabne, kireeffattoota, daldaaltoota, bitattootaa fi gurgurtoota tarkaanfii imala isaanii hunda irratti gargaaruuf wiixinee hojjetame dha.
Dhaqqabaa namoonni mana sirrii akka argatan odeeffannoodhaan humneessuuf kan hundeeffame dha.
“Dhaqqabaa” akka daawwannaa industirii baay’eetti maqaan danuu amanamaa dha.yeroo hedduu “riil isteetii” caalaa kan barbaadame fi ragaan daataa keenya kan agarsiisu 70% manni bitootaa fi gurguurtootaa hundi kan qabeegna isaanii ittiin daddabarsuuf fayyadaman akka qabxii tokkotti Dhaqqabaa dha.
5. Dhaqqabaa ® Mana Namoota Baay’ee hedduu Dhugaa tasisaa jira.

Wanta Nurraa eegdan akka argataniif Kunoo as Jirra.

Faddaalota 1500 ol wanta isin barbaadan guutuuf damaqinaan hojechaa jiran qabna.

Gamoo Ammayyaa

Kanfltii nageenyaa Amansiisaa qabu

Humna dhaabbataa

Kaayyoon ijoo guddaa safuu dhaabbata keenyaa.

Takinooloojii Ammayyaa

98%

Furmaata naannoo sassabii galii

97%

Waa’ee Muummeewwan keenyaa baradhaa

Bulchisaa fi Qajechoota

 

Nuti karoorsitoota, qindeessitoota, haala miijeesitoota, hojiirra oolchitoota warra Yaada guddaa fi adeemsa ariitii Dhaqqabaa ti.

Tajaajila Maamiltoota fi miseensotaa

 

Filannoo qabeenya fi dhiyyeessii

 

Barbaachuu keessan saffisiisuuf oddeeffannoo hundaa fi suurrrawwan dhiyeessuun fillannoo keessan faana akka walsimatu meeshaalee filatamoo ni dhiyeesina.

Deeggarsa doo’ii fi gargaarsa walsimaataa

Qabeenya filatamoo irratti daawwannaa qajeelfama qabuu fi deeggarsa marii ogeessaa bakka keessan bu’uun haala mijataa ta’e mirkaneessuuf ni kennina.

Gargaarsa Cufiinsaa fi Tajaajila Gurgurtaa Boodaa

Barrefama qoranoof gorsa kennuu fi Ogummaatiin niqqindeesinee adeemsa hir’ina hin qabneen wantoota cufamaniif haala miijeesina; Gaaffii gurgurtaa booda

Ka’u kamiifuu yoo barbaadan gargaarsa argaachuu ni dandeessu.

Garee Gurgurtaa

Agents

Injinariingii fi Xiinxala

 

Akkaataa namoonni mana itti bitatan, gurguran, kireeffatanii fi maallaqaan manaa itti fayyadaman teknooloojiiwwan ammayyaa fayyadamaa jirra.